oromiadiasporaas

#Oromia :Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kamisa Amajjii 5,bara 2014 irraa eegalee diyaasforaawwaaniif sirna simannaa kan qophesse tahuu beeksise.

Sirnoonni simaannaa kunniinis Bor Magaalaa Finfinnee Hooteela Hayatt Regencytti kan eegalu yoo tahu,Magaalaa Adamaa dabalatee bakkeewwan garaagaraatti kan raawwatu tahuun

#Oromia :Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kamisa Amajjii 5,bara 2014 irraa eegalee diyaasforaawwaaniif sirna simannaa kan qophesse tahuu beeksise. Read More »

Oromia: Hirmaannaa diyaaspooraan dhimma biyya isaarratti qabu cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Daayrektarri Diyaaspooraa Oromiyaa Obbo Amiin Jundiin.

Daayrektarri Diyaaspooraa Oromiyaa Obbo Amiin Jundiin. beeksisan. Waldaan Diyaaspooraa Oromiyaa hariiroo lammilee Itiyoophiyaa biyya hambaa keessa facaa’anii jiraataniifi biyyatti gidduu

Oromia: Hirmaannaa diyaaspooraan dhimma biyya isaarratti qabu cimsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Daayrektarri Diyaaspooraa Oromiyaa Obbo Amiin Jundiin. Read More »

OBN Bitootessa 21,2014- Lammiileen Itiyoophiiyaa Saa’uudi Arabiyaa turan marsaa jalqabaan lammileen 490 ol ta’an gara biyyaatti deebi’aniiru.

Lammiilee Itiyoophiiyaa Saa’uudii-Arabiyaa irraa gara biyyaatti deebisuun eegalameera. Har’as lammiileen gara biyyaatti deebi’aniiru. Wayita Buufata Xiyyaara Idil-Addunyaa Boolee gahan, Jilli

OBN Bitootessa 21,2014- Lammiileen Itiyoophiiyaa Saa’uudi Arabiyaa turan marsaa jalqabaan lammileen 490 ol ta’an gara biyyaatti deebi’aniiru. Read More »