Ebla 4/2013
Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata @#GiftingHumanity waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Bulchiinsa Magaalaa Sululta qubatan Abbootii warraa 40f deeggarsa taasisee jira. Dabalataanis I/kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Sululta Obbo Abraham fi Hogganaa Faayinansi Obbo Birhan deeggarsa qindoominaa nuu taasisaniif WDO hedduu galteeffata.
April/2021
Oromia Diaspora Association together with Gifting Humanity support 40households Internally Displaced (IDPs) and settled at Sululta City Administration by food packs program.
Oromia Diaspora Association Express its deepest thanks for esteemed GiftingHumanity .Thanks Again.

