Ebla 12/2013

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata @#GiftingHumanity waliin ta’uun marsaa lammaaffaadhaan (2ffaa) Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Bulchiinsa Magaalaa Sululta qubatan Abbootii warraa 50f deeggarsa taasisee jira. Dabalataanis I/kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Sululta Obbo Abraham fi Hogganaa Faayinansi Obbo Birhan deeggarsa qindoominaa nuu taasisaniif WDO hedduu galteeffata.
April 20/2021
Oromia Diaspora Association together with #giftinghumanity support for the second round 50households Internally Displaced (IDPs) and settled at Sululta City Administration by food packs program.
Oromia Diaspora Association Express its deepest thanks for esteemed GiftingHumanity .Thanks Again.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *