Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa marii Ejansii Diyaaspooraa Itiyoophiyaatiin sadarkaa federaalaatti dhimma diyaaspooraa irratti mari’achuuf bakka bu’oota biiroolee investimantii fi hoggantoota dhimma deeggarsaa fi hordoffii diyaaspooraa naannolee akkasumas waldaalee diyaaspooraa naannoolee hundaaf qophaa’ee irratti hirmaataa jira.

