Oromia :Sagantaan Figgicha daandiirraa mata duree’ni

Oromia :Sagantaan Figgicha daandiirraa mata duree’ni gaha'(‘#nomore‘) jedhuun diyaasfoorota waamicha Muummicha Ministeeraafi jiraattota Magaalaa Adaamaan,Magaalaa Adaamaatti
fiigame.
Hoggantuu Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa Durbee Samiyaa Abdallaa lammileen biyya keenyaa wayita biyyi keenya qormaata keessa galtee turtetti biyya koo siif jirra jechuun, wabii waan taataniif galatooma jechuun kayyoon sagantichaa fayyaa keenya eeggachuun lammiilee keenya jidduutti jaalalaafi tokkummaan akka jabaatuuf ta’uu eerteetti.
Oromiyaa ni ijaarra❗
Itiyoophiyaani utubna❗
Gaanfa Afrikaa ni tasgabbeessina❗
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *