Miidhaa Hamaa lammiilee keenya biyya Saudi Arabiyaa mana hidhaa keessatti dararamaa fi dhibeelee daddarboo garagaraaf saaxilamaa jiran furmaanni akka godhamuuf yeroo hedduu qaama dhimmi ilaalu gaafataa turree jirra. Haa ta’u malee yeroo ammaa miidhaan isaan mudataa jiru kan dhala namaarratti goonkumaa ta’uu fi raawwachuu hin qabnee dha. Kanaaf Mootummaan dhimma Kanaaf xiyyeeffannaa kenne ariitiidhaan fala akka godhu gaafanna.
Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *