Fulbaana 6,2018 Finfinnee
Miseensonni boordii Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa guyyaa har’aa Obbo Ayyaana Buli Fayyisaa diyaaspooraa biyya Ameerikaa kan ta’aniifi dhimmoota ijoo biyya keenyaa […]
Miseensonni boordii Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa guyyaa har’aa Obbo Ayyaana Buli Fayyisaa diyaaspooraa biyya Ameerikaa kan ta’aniifi dhimmoota ijoo biyya keenyaa […]
Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dr Teshome Adugna Regassa hojiidhaaf gara Amerikaa dhufani jiru. Carraa kanatti fayyadamuudhaan immoo hawaasa keenya magaalaa portland
Diyaaspooraa Oromiyaa Biyya Ameerikaa, naannoo Portland fi Minisootaa Jirtan Hundaaf Read More »
Cyber Media’ Adoolessa 19, 2017-Waldaan Diyaaspooraa Oromiyaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaa Aanaa Wasarbii Paarkii Tulluu Guddootti biqiltuu dhaaban. Namoonni
Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa daayirektoreetii diyaaspooraa Oromiyaa waliin ta’uun sagantaa Ashaaraa Magariisaa dhaadannoo “Dhaabuudhaan Dandamachuu” jedhuun guyyaa har’aa bulchiinsa magaalaa shaggar
Adoolessa 19,2017 Sagantaa Ashaaraa Magariisaa “Dhaabuudhaan Dandamachuu” Read More »
Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa daayirektoreetii hirmaannaa fi deeggrsa diyaaspooraa Oromiyaa waliin ta’uun gaafa guyyaa 19/11/2025 bulchiinsa magaalaa shaggaritti sagantaa dhaabbii biqiltuu
Miseensonni boordii waldaa diyaaspooraa Oromiyaa dhimmoota murteessoo ta’an kan akka misooma gurmii manneen jireenyaa diyaaspooraa Oromiyaa bulchiinsa magaalaa Shaggar, hirmaannaa