Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa(WDO) guyyaa kaleessaa Miseensota diyaaspooraa Oromiyaa biyya isaanii dhufuun gumaacha lammummaa irratti hirmaata turaniif sagantaa affeerraa irbaataa fi galateeffannaa bakka keessummaan kabajaa fi miseensonni boordii WDO jiranitti taasisee jira.
Miseensota diyaaspooraa garee tola ooltummaa yaala Onnee gara biyya keenyaa dhufuun taasisaa turan Dr Tesfaye Talilaa fi haadha manaa isaanii Dr Obsineet Mariidii fi waahiloota isaaniif sagantaan galateeffannaa godhamee jira.
Gama biraan dhalataa biyya keenyaa kan ta’eefi Saayintistii NASA kan ta’an Dr Birhaanuu bulchaatiif gumaacha isaan gama saayinsii fi barnootaa irratti taasisaa jiraniif galateeffannaa fi sagantaan baga nagaan dhuftanii godhamee jira.
Dhummarrattis, Keessummaa kabajaa saganticha irratti argaman Dr Tola Bariisoo , Ambassaddar Shifarra Jaarsoo fi miseensota boordii waldaa diyaaspooraa Oromiyaa hedduu galatooma.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር በትላንትናው እለት ወደ ሀገራችን በምጣት በበጎ ፍቃደኝነት አገልግሎት ለልብ ህሙማን ህክምና ሲያደርጉ ለከረሙት ለዶ/ር ተስፋዬ ተሊላ እና ባለቤታቸው ዶር ኦብሲኔት መሪድ እና ሌሎች ለቡድኑ ህክምና ባለሞያዎች የእራትና የምስጋና ፕሮግራም አድርገዋል።
በተጨማሪም ለትውልደ ኢትዮጵያዊው የNASA ሳይንትቲስት ዶር ብርሃኑ ቡልቻ ለሀገራችን ለቴክኖሎጂ ሽግግር እና ለትምህርት መሻሻል እያበረከቱ ላሉት አስተዋፅኦ ማህበሩ አመስግነዋል ።
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር በትላንትናው እለት በፕሮግራሙ ላይ ለተገኙት የክብር እንግዶች ዶር ቶላ በሪሶ የኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ ሀላፊ ፣አምባሳደር ሺፈራው ጃርሶ እና ለማህበሩ ቦርድ አባላት ምስጋና ያቀርባል።
Heart attack Ethiopia Ink

