Waxabajjii 11,2017

Miseensonni boordii waldaa diyaaspooraa Oromiyaa dhimmoota murteessoo ta’an kan akka misooma gurmii manneen jireenyaa diyaaspooraa Oromiyaa bulchiinsa magaalaa Shaggar, hirmaannaa invastimantii diyaaspooraa oromiyaa fi kanneen biroo irratti Daayirektoreetii Diyaaspooraa Oromiyaa wajjiin marii taasisan. Mariin kuni bakka kabajamoo Obbo Amin Jundi hogganaan daayirektoreetii diyaaspooraa Oromiyaa fi bakka Walitti qabduun boordii waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa fi Pireezidaantii waldichaa kan ta’an Aadde Sara Hassen Adem fi miseensonni boordii WDO akkasumas hojjattootni waajjira daayirektoreetii dhimma hirmaannaa diyaaspooraa Oromiyaa jiranitti kan geggeeffamee dha.
Tesfaye Dima
Amin Jundi

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *