Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dr Teshome Adugna Regassa hojiidhaaf gara Amerikaa dhufani jiru. Carraa kanatti fayyadamuudhaan immoo hawaasa keenya magaalaa portland fi Minissotaa jiran waliin dhimmoota:-
#Invastimantii Magaalaa Shaggar
#Gurmii Manneen Jireenyaa Diyaaspooraa Magaalaa Shaggar fi kanneen biroo irratti
marii kan gaggeessan waan ta’eef akka hirmaattan yaamicha isiniif dabarsina.
Bakkii Fi Sa’aatiin Sagantichaa
*********//***********
#Fulbaana 6, 2025 (Sanbata duraa) galgala sa’a 5:00 irratti, hawaasa Oromoo Portland waliin marii kan gaggeeffamu ta’a.
Bakki: Embassy Suites, Portland Airport
Odeeffannoo guutuu suuraa (flyer) kana irratti argattu
Amin Jundi

