Sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa

Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa daayirektoreetii hirmaannaa fi deeggrsa diyaaspooraa Oromiyaa waliin ta’uun gaafa guyyaa 19/11/2025 bulchiinsa magaalaa shaggaritti sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa raawwachuuf qophii gochaa jirra.
Kanaaf miseensonni diyaaspooraa biyya keessa jirtan karaa lakkoofsa bilbilaa 0935114253 Bilbiluun akka galmooftan affeeramtanii jirtu.
# guyyaan sanbata xinnaa gaafa 19/11/2017
# ganama sa’aatii 12:00tti
# iddoon ka’umsaa Adabaabaayii Saar beet biiroolee Oromiyaa
#Konkolaataan qophaa’ee jira.
Iddoon ka’umsa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *