COVID-19 Ebila 13/2012
Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 11ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 13 ,2012 bulchiinsa Magaalaa BURRAAYYUUTTI argamuun […]
Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 11ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 13 ,2012 bulchiinsa Magaalaa BURRAAYYUUTTI argamuun […]
Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 12ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 15 ,2012 Godina Shawaa Kaabaa bulchiinsa
Ebla 22/2012 Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata Gifting Humanity and Al-Ansar Foundation waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Naannawa
Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa bakka Angawoonni Motummaa Federaala Ministeerri Hajaa Alaa Obbo Gadduu Andirgachawu fi Ambassador Birtukaan Ayyaano akkasumas Wajjira Muumme
Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata Gifting Humanity and Al-Ansar Foundation waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Bulchiinsa Magaalaa Shashamanne
Miseensonni Waldaa Diyaaspoora Oromiyaa (WDO) Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Namoota Harka qalleeyyii sababa Vaayirasii COVID-19 tiin miidhamuu danda’an 200f deeggarsa taasisaniiru.
Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa akkuma bara darbee baranas duula biqiltuu dhaabu irratti hirmaachuun dirqama Lammummaa irraa eegamu bahuuf qophii xummure jira.
Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa(WDO) deeggarsa tatamsa’ina Vaayirasii Koroona (COVID-19) ittisuu itti fufuun Hawaasa isaa cinaa dhaabbachuun deeggarsa marsaa 2ffaa akka naannoo
Miseensota waldaa Diyaaspoora Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gaaffii Manneen jireenyaatiif Gurmooftanii fi waldaa buleeyyii hundaaf, Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Gaaffii keessaniif bakka
Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa guyyaa har’aa mudde 10,2013 Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti argamuun barattoota harka qalleeyyiif kan oolu deeggarsa meeshaalee barnoota barattoota