Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata Gifting Humanity and Al-Ansar Foundation waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Bulchiinsa Magaalaa Shashamanne qubatanii Abbootii warraa 72 ta’aniif deeggarsa taasisee jira. Dabalataanis Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shashamanne Obbo Tamaam Hussein Simannaa nuuf gootaniif WDO hedduu galteeffata.
May 9/2020
Oromia Diaspora Association together with Gifting Humanity and Al- Ansar Foundation support 72 households Internally Displaced (IDPs) and settled at Shashamanne City Administration by food packs program.
Oromia Diaspora Association Express its deepest thanks for both esteemed organizations (Gifting Humanity and Al-Ansar Foundation). Thanks Again.

