Marsaa 2ffaaf qophii xummuree jirra!

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa akkuma bara darbee baranas duula biqiltuu dhaabu irratti hirmaachuun dirqama Lammummaa irraa eegamu bahuuf qophii xummure jira. Miseensonni WDO biyya keessa jirtanis Bulchiinsa Magaalaa fi Godinoota keessa jirtanitti duula biqiltuu dhaabu irratti hirmaachun ga’e keessan akka baatan dhaamsa dabarsina. Kanaan Cinaattis Hawaasni Keenna Vaayirasii COVID-19 irraa akka of eegan barsiisuufi deeggaruun dirqama Keenna haa baanu

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *