Waxabajji 16,2012 COVID-19

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa(WDO) deeggarsa tatamsa’ina Vaayirasii Koroona (COVID-19) ittisuu itti fufuun Hawaasa isaa cinaa dhaabbachuun deeggarsa marsaa 2ffaa akka naannoo Oromiyaatti eegalame adda dureedhaan bakka Kabajamoon Walitti Qabaa Koree gargaarsaa fi Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Dhaaba Dabalee fi Komishiniin Komishinarii Investimantii Oromiyaa Obbo Hailu Jalde jiranitti deeggarsa Qarshii 300,000 taasiseera.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *