Oduu Gammachuu Miseensota waldaa Diyaaspoora Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gurmooytan hundaaf

Miseensota waldaa Diyaaspoora Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Gaaffii Manneen jireenyaatiif Gurmooftanii fi waldaa buleeyyii hundaaf, Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa Gaaffii keessaniif bakka Kabajamoon Pireezidantii Bulchiinsa mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti deebii argateera. Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa irra deebi’e Baga Gammaddan jedha.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *