COVID-19 Ebila 13/2012

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 11ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 13 ,2012 bulchiinsa Magaalaa BURRAAYYUUTTI argamuun hojii Vaayirasii COVID-19 Irratti hubannoo uumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Hojiin hubannoo uumuu Hawaasa Magaalaaf Sagalee guddiftuun kenname jira. Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Burraayyuu Obbo Salamon fi hoggantoota Sektaroota garagaraa Sagantaa irratti argaman WDO galata galcha.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *