Sagantaa galateeffannaa
Sagantaan galateeffannaa fi walmarii Miseensonni Boordii Duraanii fi miseensota boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa haaraa filatamaniif affeerraan irbaataa taasifame. Saganticha irratti […]
Sagantaan galateeffannaa fi walmarii Miseensonni Boordii Duraanii fi miseensota boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa haaraa filatamaniif affeerraan irbaataa taasifame. Saganticha irratti […]
I/aanaan Kantiibaa bulchiinsa magaalaa Shaggaariifi Qindeessaan kilaastaraa bulchiinsaa fi tajaajilaa Obbo Gugsaa Dajanee, gumii yaa’ii walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa
Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa gumii yaa’ii walii galaa 8ffaa isaa galma Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti bakka keessummonni kabajaa fi miseensonni
Guraandhala 15/2017 Gumii yaa’ii Walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa Read More »
Waldaan Diyaaspooraa Oromiyaa, Waajjira Kilaastara magaalaatti daayirektoreetii Diyaaspooraa Oromiyaa fi Korporeeshinii Industiriyaal paarkii Oromiyaa waliin walii galtee waliin hojjachuu guyyaa
Guraandhala 12/2017 Walii galtee waliin Hojjachuu Read More »