Gumiin yaa’ii walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa, yaa’ii gaafa guyyaa kaleessaa 15/6/2017 adeemsiseen,
1. Aadde Saaraa hasan Pireezidaantii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa
2. Obbo Tasfaaye Diimaa Itti aanaa Pireezidaantii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa
3. Obbo Muhammad Abduljalil barreessaa Boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa gochuun filatee jira.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር ትላንትና በ15/6/2017 ባካሄደው ጉባዔ
1.ወሮ ሳራ ሀሰን የማህበሩ ፕሬዚዳንት
2. አቶ ተስፋዬ ዲማ የማህበሩ ም/ፕሬዚዳንት
3. አቶ መሀመድ አብዱልጀሊል የማህበሩ ቦርድ ፃህፊ ሆነው ተመርጠዋል ።
Bara hojii Gaarii!

