Gumiin yaa’ii walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa, yaa’ii gaafa guyyaa kaleessaa 15/6/2017 adeemsiseen,
1. Obbo Lalisaa Hiikaa- Diyaaspooraa biyya Ameerikaa fi
2. Obbo Musxafaa Huseen – Diyaaspooraa biyya Saudi Arabiyaa – Miseensota Boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa ta’uun akka tajaajilan gumii yaa’ii walii galaatiin filatamanii jiru.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር ትላንትና በ15/6/2017 ባካሄደው ጉባዔ
1.አቶ ለሊሳ ሂካ የአሜሪካን ሀገር ዳያስፖራ የሆኑት እና
2. አቶ ሙስጠፋ ሁሴን የሰዑዲ አረቢያ ዳያስፖራ የሁኑት
Bara hojii Gaarii!
መልካም የስራ ዘመን!

