Gumiin yaa’ii walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa, yaa’ii gaafa guyyaa kaleessaa 15/6/2017 adeemsiseen,
1. Aadde Daraartu Abbaajobir- Diyaaspooraa biyya Kaanaadaa fi
2. Obbo Idiriis Bunsuru – Diyaaspooraa biyya Yunaayitid Arab Immireet/Dubaay- Miseensota Boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa ta’uun akka tajaajilan gumii yaa’ii walii galaatiin filatamanii jiru.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር ትላንትና በ15/6/2017 ባካሄደው ጉባዔ
1.ወ/ሮ ደራርቱ አባጆቢር የካናዳ ሀገር ዳያስፖራ የሆኑት እና
2. አቶ እድሪስ ቡንሱሩ የዪናይትድ አረብ እምሬትስስ/ዱባይ ዳያስፖራ የሁኑት የማህበሩ ቦርድ አባል በመሆን እንዲያገለግሉ በተካሄደው ጠቅላላ ጉባዔ ተመርጠዋል።
Bara hojii Gaarii!
መልካም የስራ ዘመን!

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *