Gumiin yaa’ii walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa, yaa’ii gaafa guyyaa kaleessaa 15/6/2017 adeemsiseen,
1.Obbo Umar Usman – Diyaaspooraa biyya Afrikaa Kibbaa- Miseensa Boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa ta’uun akka tajaajilan gumii yaa’ii walii galaa waldichaatiin filatamanii jiru.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር ትላንትና በ15/6/2017 ባካሄደው ጉባዔ
1. አቶ ዑመር ኡስማ – የደቡብ አፍሪካ ዳያስፖራ የሁኑት የማህበሩ ቦርድ አባል በመሆን እንዲያገለግሉ በተካሄደው ጠቅላላ ጉባዔ ተመርጠዋል።
Bara hojii Gaarii!
መልካም የስራ ዘመን!

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *