Diyaaspooraan Obbo Abdurahman Shemsi Gobena fakkeenya diyaaspooraa yeroo ammaa misooma invastimantii fi hojii tola Ooltummaatiin adda duree ta’anii dha.
News
Beeksisa!!
M.F.D.R.I. tajaajila saffisaafi gahumsa qabu lammii biraan gahuuf sirna dijitaalaayizeeshinii hojiirra oolchuun isaa nibeekama. Haaluma kanaan lammiin Itiyoophiyaa biyya alaa
Bakka Bu’ummaa
Miseensonni Diyaaspooraa yeroo bakka bu’ummaa dhimmoota garagaraaf kennuu barbaaddan karaa digitaalaa kanaan fayyadamuu dandeessu. The Ministry of Foreign Affairs of
Walii galtee wal hubannaafi waliin hojjachuu
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ በውጭ ሀገር የሚኖሩ ዜጎች በሀገሪቱ የልማት ስራዎች ላይ ያላቸውን ተሳትፎ ለማሳደግ ምቹ ሁኔታዎችን እየፈጠረ እንደሚገኝ ተገለጸ። የኢትዮጵያ
Tajaajila si’ataa fi haqa qabeessaa diiyaaspooraaf akka kennamuuf hojjetama jiraachuun ibsame.
Daayireektoreetii Tajaajila Diyaaspooraa Oromiyaa fokaal Persaanii diyaaspooraa magaalaa fi godinaalee Oromiyaatiif mataaduree kenna tajaajila diyaaspooraa irratti leenjii kenname. Leenjiisa fi
Baga gammaddan
Hojiin boonsaan bulchiinsi Magaalaa Adaamaa gama Kenna tajaajila Iddoo tokkoo, Misooma Koriidarii fi Hirmaannaa invastimantii fi carraa hojii uumaatiin taasifameen
Gumaacha Barnootaa
Yeroo ammaa sadarkaa qulqullinni barnootaa biyya keenyaa irra jiru tilmaamuun eenyumaafu rakkisaa miti. Sadarkaa biyya keenyaattis ta’e Naannoo keenyaatti miidhaa
Fulbaana 6,2018 Finfinnee
Miseensonni boordii Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa guyyaa har’aa Obbo Ayyaana Buli Fayyisaa diyaaspooraa biyya Ameerikaa kan ta’aniifi dhimmoota ijoo biyya keenyaa
Diyaaspooraa Oromiyaa Biyya Ameerikaa, naannoo Portland fi Minisootaa Jirtan Hundaaf
Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dr Teshome Adugna Regassa hojiidhaaf gara Amerikaa dhufani jiru. Carraa kanatti fayyadamuudhaan immoo hawaasa keenya magaalaa portland
Diyaaspooraa Oromiyaa Biyya Ameerikaa, naannoo Portland fi Minisootaa Jirtan Hundaaf Read More »








