Baga gammaddan

Hojiin boonsaan bulchiinsi Magaalaa Adaamaa gama Kenna tajaajila Iddoo tokkoo, Misooma Koriidarii fi Hirmaannaa invastimantii fi carraa hojii uumaatiin taasifameen waltajjii sadarkaa idil-addunyaatti qophaa’e irratti beekkumti argatee jira.
Qindeessummaa kana keessatti Miseensotni boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa Obbo Idris B. Abdela fi Obbo Muhammad Abduljalil gumaacha gootaniif hedduu galatoomaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *