Yaa’iin Waliigalaa 8ffaan Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa gaggeeffamaa ture xumurame. Prime Media(Finfinnee)_Yaa’ii kana irratti miseensota fi keessummoni hedduun kan argaman yoo […]
Guraandhala 15/2017 Gumii yaa’ii Walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa
Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa gumii yaa’ii walii galaa 8ffaa isaa galma Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti bakka keessummonni kabajaa fi miseensonni
Guraandhala 15/2017 Gumii yaa’ii Walii galaa Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa Read More »
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar, guyyaa har’aa irraa eegalee investimentii irratti simannaan abbootii qabeenyaa kan eegalu tahuu beeksise.
Magaalaan Shaggar abbootii qabeenyaa investmentii irratti bobba’uu barbaadan simachuuf qophii hunda kan xumure tahuu miidiyaaleef ibsa kan kennan Sadarkaa Itti
Oduu Gammachisaa Diyaaspoora Oromiyaa hundaaf
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar invastimantii fi Gurmii Misooma manneen jireenyaatiif haal-duree barbaachisu hunda xummuruun hojii jalqabuu isaa Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Shaggar
Guraandhala 12/2017 Walii galtee waliin Hojjachuu
Waldaan Diyaaspooraa Oromiyaa, Waajjira Kilaastara magaalaatti daayirektoreetii Diyaaspooraa Oromiyaa fi Korporeeshinii Industiriyaal paarkii Oromiyaa waliin walii galtee waliin hojjachuu guyyaa
Guraandhala 12/2017 Walii galtee waliin Hojjachuu Read More »
Guraandhala 12/2017 Walii galtee waliin Hojjachuu
Guraandhala 12/2017 Walii galtee waliin Hojjachuu ********//********* Waldaan Diyaaspooraa Oromiyaa, Waajjira Kilaastara magaalaatti daayirektoreetii Diyaaspooraa Oromiyaa fi Korporeeshinii Industiriyaal paarkii
Guraandhala 12/2017 Walii galtee waliin Hojjachuu Read More »
Baga Bara Haaraa 2025 isiniin gahe!
Diyaaspooraa Oromoo biyyoota adda addaa jirtan hunduu baga bara haaraa 2025 isiniin gahe! Happy New year for all Oromia Diaspora






