oromiadiasporaas

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Vaayirasii koroonaa (COVID-19) 

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Vaayirasii koroonaa (COVID-19) yeroo ammaa Addunyaa guutuu raatessaa fi yaaddessaa jiru akkasumas yeroo ammatti biyya keennaa seene jiru qolachuufi tatamsa’ina Vaayirasichaa ittisuuf akkasumas Hawaasa keenyaaf hubannoo uumuu fi meeshaalee qulqullina ittiin eeggatan kan akka Saanitayizarii fi Saamunaa dhiheessuun Hawaasa Kenya qe’ee fi qabeenya isaa irraa buqqa’ee iddoowwan gara garaa qubatan deeggaraa jira.

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Vaayirasii koroonaa (COVID-19)  Read More »

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA LAMMAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 24,2012 bulchiinsa Magaalaa ADAAMAATTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. 

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA LAMMAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 24,2012 bulchiinsa Magaalaa ADAAMAATTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Vaayirasii koroonaa (COVID-19) yeroo ammaa Addunyaa guutuu raatessaa fi yaaddessaa jiru akkasumas yeroo ammatti biyya keennaa seene jiru qolachuufi tatamsa’ina Vaayirasichaa ittisuuf akkasumas Hawaasa keenyaaf hubannoo uumuu fi

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA LAMMAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 24,2012 bulchiinsa Magaalaa ADAAMAATTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera.  Read More »

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA SADAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 25,2012 bulchiinsa Magaalaa DUKAMITTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera.

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA SADAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 25,2012 bulchiinsa Magaalaa DUKAMITTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Vaayirasii koroonaa (COVID-19) yeroo ammaa Addunyaa guutuu raatessaa fi yaaddessaa jiru akkasumas yeroo ammatti biyya keennaa seene jiru qolachuufi tatamsa’ina Vaayirasichaa ittisuuf akkasumas Hawaasa keenyaaf hubannoo uumuu fi

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA SADAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 25,2012 bulchiinsa Magaalaa DUKAMITTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Read More »

Ebila 03/2012

Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti deeggarsi dhukkuba COVID-19 sababeeffachuun godhamu itti fufeera. Misooma fi guddina magaalaa Jimmaa keessatti gahee kan qabu diyaaspooraan Oromiyaa akkuma barame hawaasa isaa cina dhabachuun deeggarsa tatamsa’ina vaayirasii koroanaa (COVID-19) ittisuu fi hubannoo hawaasaaf keennuun deeggarsa miidhaan nyaataa fi meshaalee dhiqannaaf oolan tilmaamaan qarshii 60,000 ta’u bulchiinsa Magaalaatti argamuun bakkaa kantiibaa Magaalaa Jimmaa

Ebila 03/2012 Read More »

COVID-19 Ebila 8/2012

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 8ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 7 ,2012 GODINA BAALE bulchiinsa Magaalaa ROOBETTI argamuun hojii Vaayirasii COVID-19 Irratti hubannoo uumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Hojiin hubannoo uumuu Gabaa Guddoo Caffee Donsaa fi Hawaasa Magaalaa guutuuf kenname jira. Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa ROOBE Obbo Abduljalil Abdurro fi hoggantoota sectaroota

COVID-19 Ebila 8/2012 Read More »

COVID-19 BAALE ROOBE

Ebla, 08/2012 (WDHKBMR, Roobee Baalee) Bulchiinsa magaalaa Roobeetiif Waldaan Diyaaspooraa Oromoo ittisa dhibee vaayrasii kooronaa koovid, 19,f ,kan oolu saanitaayzarii fi saamunaa deeggarsa taasisan. Bakka bu’aan waldaa diyaaspoora Oromoo biyya keessa kan tahan Obbo,Abduljaliil Jamaal yaada kennaniin ummata keenya dhibee addunyaa raasaa jiru kana irraa baraaruuf aantummaadhaan ummata keenya baraaruuf magaalota Oromiyaa gara garaa keessatti sochii

COVID-19 BAALE ROOBE Read More »

COVID-19 Ebila 9/2012

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 10ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 9 ,2012 GODINA BAALE bulchiinsa Magaalaa Diinshootti argamuun hojii Vaayirasii COVID-19 Irratti hubannoo uumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Hojiin hubannoo uumuu Hawaasa Magaalaaf Sagalee guddiftuun kenname jira. Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Diinshoo Obbo Ibrahimii fi Bulchaa Aanaa Diinsho obbo Hasan akkasumas itti

COVID-19 Ebila 9/2012 Read More »