Tajaajila akkamii Barbaaddan?
Diyaasporaan jiraataa biyya alaa ta’uu isaa ragaa kan dhiyeessu yoo ta’ee fi Bajata piroojektiiwwanii kallattiidhaan kan argatu ta’uu isaa kan mirkaneessu hanga ta’etti invastimantii naannoo keessatti hirmaachuudhaaf mirkaneessa baankii dhiyeessuu utuu hin barbaachisiin sochii keessa galuu haalli dandeessisu kan mijatuu ta’uu
Akkaataa waliigaltee haarawaa WDO, Baankii Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Baankii Awaashiitiin miseensonni keenya hanga kaappitaala ittiin socho’an qopheessanitti guutummaan utuu hin qabsiisiin carraan maashinariiwwan fichisiisuu fi sochii keessatti hirmaachuu mijateeraaf