Manni Baruumsa Bu’uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbifame.
Manni Baruumsa Bu’uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbifame.Manni Baruumsa kun meeshaalee barnootaa hunda kan guuttate yoo ta’uu Birrii Miiliyoona 20 oliin ijaaramees jedhame.Sirnicha irratti Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahamaan dabalatee hooggansiifi bakka buutonni Diyaaspooraa argamaniiru.
