Oromia Diaspora Association support educational materials at Adama City Administration for 1200 needy students.
Oromia Diaspora Association support educational materials at Adama City Administration for 1200 needy students. Barnoonni bu’uura waan hundaati!******//********Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa guyyaa har’aa mudde 10,2013 Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti argamuun barattoota harka qalleeyyiif kan oolu deeggarsa meeshaalee barnoota barattoota 1200(kuma tokkoo fi dhibba lamaaf) ta’u arjoomeera. Mallaqni bittaa meeshaalee Deeggarsa barnootaaf oole Kunis Miseensota waldaa Diyaaspoora Oromiyaa
