Manni Baruumsa Bu’uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbifame. 

Manni Baruumsa Bu’uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbifame.Manni Baruumsa kun meeshaalee barnootaa hunda kan guuttate yoo ta’uu Birrii Miiliyoona 20 oliin ijaaramees jedhame.Sirnicha irratti Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahamaan dabalatee hooggansiifi bakka buutonni Diyaaspooraa argamaniiru.

Manni Baruumsa Bu’uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbifame.  Read More »

Deeggarsa Kitaabilee Wabii Barnootaa

Guraandhala 26,2016 Diyaaspooraan Oromoo biyya United Arab Emirates, Abu Dabi jiraatan Biiroo Barnoota Oromiyaatiif kitaabilee wabii barnootaa kuma digdamaa (20,000) ol ta’u deeggarsa godhan. Deeggarsi kunis bakka Itti aanaan daayireektara Tajaajila Diyaaspooraa federaala Obbo Balàay Aqinaawu, Obbo Girmaa Damissee Bakka bu’aan Imbaasii Itiyoophiyaa Abu dabi,Dr Abdulaziz Dawud itti gaafatama waajjira pireezidaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa,

Deeggarsa Kitaabilee Wabii Barnootaa Read More »

Koreen ijaarsa mana barnoota bu’uura boruu hirmaannaa Diyaaspooraa 

Koreen ijaarsa mana barnoota bu’uura boruu hirmaannaa Diyaaspooraa Diyaaspooraatiin Oromia Diaspora Association ijaaramaa jiru bakka miseensonni Diyaaspooraa biyyoota garagaraa irraa dhufan argamanitti daaw’annaan taasifame. Bu’uuruma kanaan ijaarsi mana barnootichaa sadarkaa xummuraa irra waan jiruuf eebbi mana barnootichaa bakka keessummonni mootummaa Federaalaa, naannoo fi miseensonni Diyaaspooraa Oromiyaa argamanitti Ebla 19,2016 ykn April 27,2024 sirna kabaja hoo’aadhaan kan eebbifamu

Koreen ijaarsa mana barnoota bu’uura boruu hirmaannaa Diyaaspooraa  Read More »

Barnoonni bu’uura waan hundaati

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa guyyaa har’aa mudde 10,2013 Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti argamuun barattoota harka qalleeyyiif kan oolu deeggarsa meeshaalee barnoota barattoota 1200(kuma tokkoo fi dhibba lamaaf) ta’u arjoomeera. Mallaqni bittaa meeshaalee Deeggarsa barnootaaf oole Kunis Miseensota waldaa Diyaaspoora Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa jiraatan,Miseensa boordii WDO fi Abbaa kolleejjii US kan ta’an obbo Tolaa gadaa fi waldaa

Barnoonni bu’uura waan hundaati Read More »

OBN Mud. 10 2013- Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa fi Miseensoonni isaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Argaman, meeshaalee barnootaa barattoota harka qalleeyyii bulchiinsa Magaalaa Adaamaa deeggaruuf oolu Waajjira Barnootaa Magaalichaaf kennan.

OBN Mud. 10 2013- Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa fi Miseensoonni isaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Argaman, meeshaalee barnootaa barattoota harka qalleeyyii bulchiinsa Magaalaa Adaamaa deeggaruuf oolu Waajjira Barnootaa Magaalichaaf kennan. Waldichi deeggarsa barattoota harka qalleeyyii Magaalaa Adaamaaf guyyaa har’aa taasiseen dabtara Darzana kuma 1 fi qalama, barattoota kuma 1fi 200’f kan taasise ta’uu Qindeessaan Miseensota Waldaa Diyaaspoora

OBN Mud. 10 2013- Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa fi Miseensoonni isaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Argaman, meeshaalee barnootaa barattoota harka qalleeyyii bulchiinsa Magaalaa Adaamaa deeggaruuf oolu Waajjira Barnootaa Magaalichaaf kennan. Read More »

Barnootaa Ammas Barnootaa Kana ta’uu qabaa kaayyoon Oromoota!

Bakka buutonni Miseensota Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa biyyoota gara garaa irraa dhufan ijaarsa mana barnoota bu’uura boruu soole hirmaannaa diyaaspooraa oromiyaatiin bulchiinsa magaalaa Adaamaatti ijaaramaa jiru daaw’atan. Sagantaa daaw’annaa kan irratti Ministeer deetaan Ministeera Jallisii fi naannoowwan gammoojjii Dr Birhaanu leenjiso, Hogganaan tajaajila diyaaspooraa Itiyoophiyaa Dr. Mohammed Idiriis, Sadarkaa Waajjira pireezidaantii BMN Oromiyaatti hogganaa daayirektoreetii diyaaspooraa

Barnootaa Ammas Barnootaa Kana ta’uu qabaa kaayyoon Oromoota! Read More »

Ebla 4/2013

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata @#GiftingHumanity waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Bulchiinsa Magaalaa Sululta qubatan Abbootii warraa 40f deeggarsa taasisee jira. Dabalataanis I/kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Sululta Obbo Abraham fi Hogganaa Faayinansi Obbo Birhan deeggarsa qindoominaa nuu taasisaniif WDO hedduu galteeffata. April/2021 Oromia Diaspora Association together with Gifting Humanity support 40households Internally Displaced (IDPs) and

Ebla 4/2013 Read More »

Caamsa 1/2012

Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata Gifting Humanity and Al-Ansar Foundation waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Bulchiinsa Magaalaa Shashamanne qubatanii Abbootii warraa 72 ta’aniif deeggarsa taasisee jira. Dabalataanis Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shashamanne Obbo Tamaam Hussein Simannaa nuuf gootaniif WDO hedduu galteeffata. May 9/2020 Oromia Diaspora Association together with Gifting Humanity and Al- Ansar Foundation

Caamsa 1/2012 Read More »

Ebla 22/2012

Ebla 22/2012 Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Dhaabbata Gifting Humanity and Al-Ansar Foundation waliin ta’uun Lammiilee Keenya Qe’ee isaanii irraa Buqqa’anii Naannawa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Burraayyuu Iddoo Addaa ‘Anfoo’ jedhamu qubataniif deeggarsa taasisee Kira. April 30/2020 Oromia Diaspora Association together with Gifting Humanity and Al- Ansar Foundation support Internally Displaced (IDPs) and settled at Burraayyuu City Administration

Ebla 22/2012 Read More »

Diyaasporaa Hirmaachisuun Inveestimentiifi Misooma Oromiyaa Milkeessuuf Hojjetamaa Jira.

Waldaan diyaasporaa Oromiyaa A.L.Atti bara 2015 miseensota 60′ kan hundaa’e yeroo ammaa miseensota kuma 13 irra ga’ee jira. Waldaan kunis hojii inveestimentiifi misoomaa irratti hirmaachuun carraa hojii uumuufi dinagdee biyyaa guddisuu keessatti ga’ee guddaa qaba. Diyaasporaanis jaalalaafi kabaja biyya isaaniif qaban hojii investimentiifi misoomaa irratti hirmaachuun agarsiisu qabu. Diyaasporaan Oromiyaas kallattii adda addaan misooma biyya

Diyaasporaa Hirmaachisuun Inveestimentiifi Misooma Oromiyaa Milkeessuuf Hojjetamaa Jira. Read More »