Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA LAMMAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 24,2012 bulchiinsa Magaalaa ADAAMAATTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. 

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA LAMMAFFAA- WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa bitootessa 24,2012 bulchiinsa Magaalaa ADAAMAATTI argamuun hubannoo muumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Waldaan Diyaaspoora Oromiyaa Vaayirasii koroonaa (COVID-19) yeroo ammaa Addunyaa guutuu raatessaa fi yaaddessaa jiru akkasumas yeroo ammatti biyya keennaa seene jiru qolachuufi tatamsa’ina Vaayirasichaa ittisuuf akkasumas Hawaasa keenyaaf hubannoo uumuu fi meeshaalee qulqullina ittiin eeggatan kan akka Saanitayizarii fi Saamunaa dhiheessuun Hawaasa Kenya qe’ee fi qabeenya isaa irraa buqqa’ee iddoowwan gara garaa qubatan deeggaraa jira. Dabalataanis Hawaasa keenya harka qalleeyyii Bira dhaabbachuun dirqama Lammummaa bahuurratti argama. Dhumarrattiis, Kabajamoo Kantiibaa fi Itti Aanaa Kantiibaa Magaalaa Adaama dabalatee qaamole deeggarsa ummata biraan gahaniin WDO galatooma jedha.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *