Boordiin Investimantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa, kenna murtee gaaffii Investimantii bara 2014 E.C kenname keessatti gaaffii haaraa Investimantii haaraa Diyaaspooraa ilaaluun piroojectiiwwan gurguddoo 150f murtee kennee jira. Gosti piroojektiwwan murtee argatan kunniinis kanneen armaan gadiiti:-
1. Manufacturing (Maanufakichariingii),
#Garment and Textile factory
#Construction equipment factory
#Plastic factory
#Printin factory
#Electiric and electronics factory
# and others
2. Agro Industry (Agro Industirii),
# Dairy farm
# Coffee Roasting and processing
#Food processing
#Food Complex
# and other agro Industry projects
3. Service (tajaajila)
# Education
#Star Hotels(3,4 and 5 stars hotels)
#Complex mall
#Mixed Used Buildings
#Hospitals and other service related projects
4. Agriculture
# Mechanized farm ….. piroojektiidhan biroo hedduun pirojektoita murtee argatanii dha.
Dhumarrattis, Diyaaspoorota murtee argataniin baga gammaddan jechaa piroojektoota kana yeroo isaatti xummuruun hojiitti akka seentan abdii kenna.
