Guraandhala 25,2015 Piroojektoota Investimantii Diyaaspooraa Oromiyaa

Miseensota Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa gaaffii Piroojektii Investimantii dhiheessun murtee Boordiin Investimantii Oromiyaa bara 2014 murteesse keessaa piroojektootni diyaaspooraa 150 ta’u. Haaluma kanaan, Obbo Foozi Abdulaxiif diyaaspooraa biyya America (USA) kan ta’an lafa piroojektii bulchiinsa magaalaa Adaamaatti fudhatan yeroo gabaabaa keessatti misoomsuun hojii ijaarsa xummuraa jiru. Miseensonni diyaaspooraa biroos haaluma kanaan lafa fudhatan misoomsuun kaayyoo fudhataniif akka milkeessan dhaamsa dabarsina!

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *