Diyaaspooraa Oromiyaa sagantaa kabaja Ayyaana irreechaafi kan biroof gara biyaa dhuftan hundi, baga nagaan gara biyya Abbaa keessanii dhuftan jechaa, Fooramiin Ayyaana irreechaa bu’uurefachuun diyaaspooraa gara biyyaa dhuftaniif qophaa’e boru kan eegalu ta’a.
Baga nagaa dhuftan! Anaa Dhufu nagaan koottaa!
OBN Afaan Oromoo
See less

