Miseensonni waldas Diyaaspooraa Oromiyaa buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu daaw’atan. Miseensonni waldaa diyaaspooraa oromiyaa kuni buufata idil -addunyaa bishooftuutti argamuun daaw’atanii jiru. Daaw’annaa kanaanis miseensonni diyaaspooraa biyyoota addunyaa gara garaa irraa dhufan daaw’annaa booda hojii boonsaa biyya keenyaaf asxaa guddaa ta’u jechuun yaada isaanii dinqisiifannaan ibsanii jiru. Diyaaspooraan kunniin akka jedhanitti egeree biyya keenyaa kan akeeku jechuu gammachuu itti dhagahame ibsanii jiru. Sagantaa daaw’annaa kanaratti argamuun kan daaw’achiisan I/aanaa kantiibaa magaalaa bishooftuu Obbo Gazaahanyi Dajanee ibsa bal’aa diyaaspooraaf laatanii jiru.
Yaadama hojii kanaafi raawwii ariifachiisaa piroojektichaatiif Kabajamoo Muummicha ministeeraa keenya Abiy Ahmed Ali (PhD) fi kabajamoo Pireezidaantii MN Oromiyaa Obbo Shimelis Abdisa galateeffataniiru.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር አባላት የቢሾፍቱ አለም አቀፍ አውሮፕላን ማረፊያን ጎበኙ። በጉብኝቱ ወቅትም እየተገነባ ያለው ፕሮጀክት እጅግ በጣም ግዙፍ መሆኑንና የኢትዮጵያን የወደፊት ተስፋን የሚያሳይ መሆኑን ገልጸዋል ።
Alemayehu Jara
See less

