Miseensonni Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa dhiheenya gara biyyaa dhufan hojiilee misoomaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti hojjatamaa ture daaw’atan. Miseensonni diyaaspooraa biyyoota gara garaa irraa dhiheenya gara biyyaa dhufan hojiilee misooma koriidarii fi misooma laggeenii fi qarqara laggeen magaalaa finfinnee keessatti hojjatamaa ture daa’atan.
Sagantaa daaw’annaa kanaanis hojiileen misooma biyya keenya keessatti hojjatamaa jiran bu’uura dhaloota hegeree ta’uu isaa ibsanii jiru. Miseensonni diyaaspooraa kuni hojiilee misoomaa magaalichatti hojjatameef hoggansa magaalaa hundaaf galata kan galchan yoo ta’u addatti immoo kabajamoo muummicha ministeeraa Abiy Ahmad (PhD) fi kabajamoo kantiibaa bulchiinsa magaalaa finfinnee Aadde Adaanach Abeebee galateeffataniiru.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር አባላት በፊንፊኔ ሲሰሩ የቆዩትን የልማት ስራዋች ጉበኙ። በከተማዋ የተሰሩትን የኮሪደር ልማት እና የወንዝ ዳርቻ የልማት ስራዋችን ጎብኝተዋል ።
በከተማው ለተሰሩ ስራዋች ለከተማው አመራሮቹ በሙሉ አድናቆታቸውን የገለፁ ሲሆን በተለይ ለክቡር ዶር Abiy Ahmed Ali እና ለክብርት ወ/ሮ Adanech Abiebie- አዳነች አቤቤ በከተማው ላከናወኑት አስደናቂ ልማት ምስጋናቸውን ገልፀዋል ።

