Deeggarsa Namoomaa Onneerraa Madde yaala Onneetiif

Gareen yaala fayyaa Onnee Dr Tesfaye Telila fi Dr Obse Merid n durfamu Oggeeyyee yaala fayyaa Onnee kennan 55 hammate deeggarsa yaala bilisaa namoota yaala Onnee barbaadaniif kennuuf biyya ganama har’aa biyya keenyaa galanii jiru.
Dr Tasfaaye Taliilaa fi haati manaa Isaanii Dr Obse Mariid dhaabbata tola ooltummaa Heart Attack Ethiopia Inc hundeessuun hojii tola ooltummaatiin doktorootaafi ogeeyyii fayyaa 55 biyyoota 6 irraa qindeessuun deeggarsa meeshaalee fayyaa qabatanii hawaasa keessaa bahan deeggaruuf qophii isaanii xummuranii jiru.
Guyyaa borii Waxabajjii 28,2018 ifatti hojii isaanii kan jalqaban ta’u.
Diyaaspooraan keenya akkuma kana beekkumsaa,qabeenyaa fi dandeettii qabaniin hawaasa isaanii cinaa akka dhaabbatan yaamicha keenna.
Welcome Dear all!
Oromia President Office
Oromia Health Bureau
Biiroo Barnoota Oromiyaa
Ethiopian Diaspora Service
Ministry of Education Ethiopia
Ministry of Health,Ethiopia

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *