Sagantaa daaw’annaa Misooma Qamadii kilaastaraa taasifamee jira.
Bakka buutonni hooggantoonni biirolee Oromiyaa, Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, bakka buutonni Diyaaspooraa Oromiyaa fi miseensonni boordii Waldaa diyaaspooraa Oromiyaa fi bakka buutonni qaamolee adda addaa bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Galaan aanaa Andoodeetti argamuun misooma qamadii kilaastaraa daaw’annaa taasifameera.
Amin Jundi
Tesfaye Dima

