Gabbisaa Ejjetaan(PhD) badhaasa medaaliyaa biyyaalessaa Amerikaa damee Saayinsiin badhaafaman.
Gabbisaa Ejetaa(PhD) badhaasa meedaaliyaa kaabaja olaanaa Ameerikaa saayisintoonni 21 hardha badhaafaman keessatti haammatamaniiru.
Ilmi Oromoo lammii Ameerikaafi ogeessi jeneetikii Gabbisaa Ejjataa(PhD) badhaasa Saayinsii biyyaalessaa Ameerikaa baranaa injifateera.
Qorataafi barsiisaa kan ta’an Gabbisaan (PhD), mala jiinii biqilootaa diqaalomsuutiin sanyii bisingaa qilleensa gammoojjiifi ilbiisa dandamatu uumuun badhaasa kanaaf dhaqqabuu waltajjii kanarratti dhugaa ba’ameeraaf
Pirezidaanti Joo Baayidan Saayiistootni kun hubannoo keenya uumama cufaa irratti akka cimu taasisaniiru jechuun galateefataniiru.
Joy Baayiden badhaafamtoonni hundi baga gammaddan jechuun hawwii isaanii ibsaniiru.
Baga Gammaddan ! Congratulations!

