Koreen ijaarsa mana barnoota bu’uura boruu hirmaannaa Diyaaspooraa Diyaaspooraatiin Oromia Diaspora Association ijaaramaa jiru bakka miseensonni Diyaaspooraa biyyoota garagaraa irraa dhufan argamanitti daaw’annaan taasifame.
Bu’uuruma kanaan ijaarsi mana barnootichaa sadarkaa xummuraa irra waan jiruuf eebbi mana barnootichaa bakka keessummonni mootummaa Federaalaa, naannoo fi miseensonni Diyaaspooraa Oromiyaa argamanitti Ebla 19,2016 ykn April 27,2024 sirna kabaja hoo’aadhaan kan eebbifamu ta’a.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *