Guyyaa har’aa (30/06/2012) Hoji Geggessan waldaa Diyaaspoora Oromiyaa fi Miseensonni boordii WDO Bulchiinsa magaalaa Shashamanne fi Bulchiinsa magaalaa Bishaan Gurraachaatti argamuun dhimmoota Diyaaspoora ilaallatan kan akka Investmentii fi gurmii manneen jireenyaa irratti Mari’atanii jiru. Dabalataanis Miseensota Diyaaspoora naannichatti misooma irratti bobba’an dubbisuun jajjabeessanii jiru.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *