Miseensonni diyaaspooraa Oromiyaa Ayyaana irreechaaf gara biyyaa dhufan waltajjii fooramii Magaalaa Adaamaatti geggeeffamaa ture yeroo Xummuranitti Qe’ee Qonnaan bultootaa haaraa “Haaromee” Dongorree furdaatti ijaarame daa’atan. Baadiyyyaa naannawa magaalaa Adaamaa jiru bifa kanaan mana ammaayyaa ijaaranii bu’uuraalee misoomaa guutaniifi ilmaan qonnaan bulaa barnoota, keellaa fayyaa fi carraa hojii bal’aa uumuufiin danda’ameera. Hojiin akka kanaa kallattii hundaan magaalaan akka hojjataa jiru itti gaafatamaan waajjira kantiibaa Obbo Bariisoo doorii hirmaattota diyaaspooraaf ibsa kennanii jiru.
የኦሮሚያ ዳያስፖራ አባላት በአዳማ ከተማ ለሶስት ቀናት ሲያካሄዱት ከቆዩት የኢንቨስትመንት ፎረም ሲያጠናቅቁ ለአርሶ አደሮች የተግንባውን መንደር ጎብኝተዋል። ከተማ እያስተዳደሩ በከማ ዙሪያ ያሉትን አርሶ አደሮችን በማሰባሰብ ዘመናዊ ቤቶችን በገንባት አስፈላጊውን መሰረተ ልማት ብማሟላት ማስፈሩ እጅግ የሚያስደስት ተግባር መሆኑን ዳያስፖራዎች ተናግረዋል ።

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *