Yaamicha Hirmaannaa Irreecha bara 2017

Miseensonni Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa Oromia Diaspora Association fi diyaaspooraan Oromoo yaamicha isiniif godhameen ayyaana irreechaa irratti hirmaachuuf gara Oromiyaa dhuftan karaa lakkoofsa WhatsApp +251966665665 fi lakkoofsa bilbilaa 0926769277 ykn +251116722272 Obbo Biruuk Fiqiruu jechuun akka galmooftanii fi nu beeksiftan kabajaan isin gaafanna

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *