Ibsa Gaddaa

Artist Ilfinash Qannoo Umrii ishii guutuu gama artiitiin qabsoo hadhooftuu fi qaalii kaffaluun gahee isaanii bahatanii jiru. Sadarkaa har’a Sabni keenya irra gaheefis aarsaa guddaa kaffaluun siidaa yoomiyyuu hin cabne kaa’anii darbanii jiru.Waldaan diyaaspooraa Oromiyaa gadda itti dhagahame ibsaa, maatii fi firoottan isaaniitiif jajjabina hawwa.
Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *