Fulbaana 11/2019

Miseensoonni Diyaaspooraa Oromiyaa sagantaa Ayyaana irreechaa irratti hirmaachuuf gara biyya keenyaa dhuftan hundi keessanuu, baga Ayyaanaa Irreenyaa nagaan geessan jedhaa sagantaalee adda addaa qophaayan irratti isin affeeruu akka dandeennuuf karaa Uunkaa kanaan galmaahaa.
Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *