COVID-19 Ebila 8/2012

Haaluma walfakkaatuun OOLMAAN GUYYAA 8ffaa – WDO deeggarsa lammiif taasisu itti fufuun gaafa Ebla 7 ,2012 GODINA BAALE bulchiinsa Magaalaa ROOBETTI argamuun hojii Vaayirasii COVID-19 Irratti hubannoo uumuu fi deeggarsa laachuu taasiseera. Hojiin hubannoo uumuu Gabaa Guddoo Caffee Donsaa fi Hawaasa Magaalaa guutuuf kenname jira. Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa ROOBE Obbo Abduljalil Abdurro fi hoggantoota sectaroota garagaraa Simannaa nuuf gootaniif WDO galata galcha.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *