Amajjii 3,2017

Miseensonni Waldaa Diyaaspooraa Oromiyaa biyyoota addunyaa garagaraa irraa dhufanii fi biyya keessa jiran Masaraa biyyaalessaa dhiheenya haaromfame Muummicha Ministeeraa Doktar Abiy Ahmadiin eebbifamuun daaw’annaa ummataaf banaa taasifame daaw’atan.
Daaw’annaa kanaanis, hariiroo fi walitti dhufeenyi biyyi keenyaa bara dheeraaf sadarkaa idil-Addunyaatti qabdu cimaa akka ture kan agarsiisu dha jedhan.
Dabalataanis, haaromsi masarichaaf godhame sadarkaa isaa kan eeggatteefi guddina turiizimii biyya keenyaa keessatti gumaacha olaanaa akka qabu dubbataniiru.
ከተለያዪ ሀገር የመጡና ሀገር ውስጥ የሚገኙ የኦሮሚያ ዳያስፖራ ማህበር አባላት በቅርቡ እድሳት የተደረገለትና በክቡር ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድ ተመርቆ ለሕዝብ እይታ ክፍት የተደረገውን ብሔራዊ ቤተመንግስት ጎብኝተዋል።

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *